Sirni Empayeraa Nafxanyaan Bu’uurfame Diigamuu Qaba
Finnaaan empayera Itophiyaa Nafxanyaa jalqabaan, arjooma “Hirmanna Afrikaan” jarra 19faa koloneeffama biyyoota kibbaa Itophiyaan bu’uurfame. Moototi harka waljijjiiran hundi jijjiiramaa guddaa akka waan tolchanii dhadataa turan. Haa tahu malee yoo irrakeessaa haxaawuu hin taane jijjiiramaa bu’uuraa kan fide hin turre.… Continue Reading