Yaadannoo Iyyaasuu Guutaaf
Gubirmans, Iyyaasuu B. Guutaa yoomuu hin irraanfatu. Guutamootaa fi ilmas Obboleessas. Akaakayyuu Guutamootaaf eesuma fi leelloo ture. Iyyaasuun sabboona Oromoo kan gocha malbulchaa, hawaasomaa fi aadaa Oromoo hedduu irratt qoda fudhatu ture. Website Gubirmans.com kana, ijaaruu fi gurmeessuu irratt qoodi… Continue Reading