0

Eegafayyaa Ofii

Beekoti akka fayyaa itti eegan ni barsiisu jedhama. Kanarrati waan beektu qabdaa Abbaa Hoduu jedhe tokkoo? Hamman beeku sittin hodeessaa dhaggeeffadhu jedhe Abbaan Hoduu. Osoo hin dhukkuffatin eegafayyaa ofii kunuunsuun keessaa fi alli ofii akka namati tolu godha. Qaammi qananii… Continue Reading