GAAFFIIN OROMOO DEEBII AKKAA MALEE HIN DACHA’UU
Sochiin bilisummaa Oromoo ijaarame 60oota keessa kan eegale bulchooti Habashaa sirna kolonummaa Nafxanyaa ijaaran, gaaffolii Oromoo nagaan dhihaateef xiyyeeffannoo kennuu dhabuu saaniitiifii. Biyyooti Afrikaa waliin kufan naannama sana waggoota 75 booda bilisoomuu eegalan. Qabsoon Oromo hanga isaan 1991 dhaggeeffachuu eegalaniti… Continue Reading