Oromiyaaf Dhaabota Ofii Walaba Barbaachisu
Kun, tibba Koronaa ta’iisa yaa’aa jiruu kan hin irraanfatamnee, jijjiiramaa hin yaadamin adddunyaatt fidee tokkott galmeeffamuuf deemutii. Hanga yoonaa Gaanfa Afrikaa keessatt balleessaa inni dhaqabsiise yeroo gara addunyaa biran walitt ilaalamu hagas hin hammaannee. Yoo Waaq gidduu lixe malee badii… Continue Reading