Kayyoo, Dhukkuboota Malbulchaa fi Koronaa
Kaayyoo Oromoof dhukkubooti malbulchaa fi Koronaa qormaata ta’aa jiru. Dhumiisi malbulchaan dhufu gara caalu foo’ee waan taheef kan ajjeesutu dhowwa malee kan hafe du’aa saa awwaallachuu ni dandaha. Koronaa fanfana malee walitt haxaawuun kan awwaalu dhibuu dandaha. Lachanu yakki saanii… Continue Reading