0

Caraana gatii Hinqabn

Warraaqsi empayera Itophiyaa keessatt bara 1974 dhowe komeen middhaa ummati hundaa keessaayyuu Oromoon Nugusicha irratt qabu sadarkaa olhaana hin obsamneef irra erga darbee boodaa. Warraaqsa Oromootuu jechuu ni dandahama, maaliif empayericha keessatt akka koloneeffatamoott lafa, qabeenya fi lakkofsa saaniif kan… Continue Reading

0

ABOn Oromoo dha Oromoon ABO dha

Sochiin bilisummaa Oromo laalaa roorroon hawaasaa Oromoo irraan gahe keessaa maddee. Oromiyaa keessatt deegi, doofummaan, wallaalinni fi hacuuccaan qaama fi ayyaamquwaa, sadarkaa baachuun hin dandahamne geenyaan, sana salphisuuf sochooti hawaasomaa mullachuutt kahan; akkasumas himati miidhama malbulchaa bulluquu eegale.Sochoota hawaasomaa keessaa… Continue Reading