Qaabata mirkanii qabsoo Oromoo tokkoo tokkoo
Si’ana waa’ee ABO hima mimiciirama duulaagaloo abbaawummaan itt hin dhagahamne, bartuu fi maqamalee irra afaan halagaan dhagahaa jirra. ‘Ishooyee!’ gatattuu fi gargar baaftuun o’anii daangaa darbaa jiru. Barreessaan kun kan darbett qubaa dhahuun madaa irraanfatame kulkulfachiisuu dha jedhee amana. Kan… Continue Reading