0

Tunisiyaa eessa?

Roorroon mirgaa, nambiyyaa Tuunisiyaa Bouazizi akka of gubu tolche. Abdii kutannaan badiisa nambiyyaa sanaatti geese Tunisiyootaa wayyaba keessas ture. Utuu akkuma lammii saanii sanaa of gubuu irra hin ga’in abbaa hirree Been Aliitt fincilani. biyyooti Baha Gidduu rakkina walfakkaataa qaban… Continue Reading

0

Guddaa yaaduu

Qabamuu duuba addunyaan naannaa Oromoo jiru duudee ture. Kan qaawwaa dhiphoo bututi uume keessaan ilaaluu dandahan yartuu turani. Jarreen yaroo sana kan hanga ABO uumuun sochii malbulchaa walfudhate sochosuu dandahanitt tattaafataa turan. ABOn duuchaa sana cabsee saaqaa guddaa uumuun akka… Continue Reading