Tooftaa Koloneeffataa Kan Biraa Dhugeeffannoo Keessaan Oromummaa Rukutuu
Musilman empayerichaa harki caalan Oromoo dha. Kanaaf dubbiin ka’e kun caalaatt Oromoo laala. Amantiin kan abbaati. Eenyuu nama irratt humnaan fe’uu yaalee milkaawe hin beeku. Reeffa nama malee ayyaanana saa too’achuun hin dandahamu. Fakeenyaaf bara durii mootiin Habashaa Yohaannis 4faa jedhamu… Continue Reading