Huffisii Diinaa Oromo hin Baaragsu
Guci Warraaqsa Oromo Ambott Jimaata,Caamsaa 2, 2014 qabsiifamee golee Oromiyaa hundatt boba’ee gidduutt kan dhaame fakkaate ture. Ni dibame malee akka hin dhaamne barattootii fi jiraattoti Giincii Sadaasa 12, 2015 deebisanii yoo qabsiisan ammas Oromoon bakka jiran hundaa walharkaa fuudhanii… Continue Reading