Oromummaa just a Reminder
(Let us not tire to tell everybody repeatedly that we are not who they want us to be but who we tell them we are) Oromo is one of the branches of Kuusaa or Kush. Kuusaa, as the oldest cradles… Continue Reading
(Let us not tire to tell everybody repeatedly that we are not who they want us to be but who we tell them we are) Oromo is one of the branches of Kuusaa or Kush. Kuusaa, as the oldest cradles… Continue Reading
Sabaawota Oromiyaan kan ijaaraman dhaabota hedduutu jira. Garuu akki isaan akeeka qabsoo Oromoo itt ilaalan adda addaa. Oromoo tahu taatotaa malee garagarummaa akeekaa fulduratt fidanii kan irratt mari’achiisan hin jirani. Kanaafii afaaniin haa tahu barruun yeroo namooti mooraan gargar bahanii… Continue Reading
For Oromo “Day” (Ayyaanaa) can have different meanings. Here we take it to literarily mean “day” i.e. we use it to mean days of the month and celebrated days. People have days for celebration, for remembrance and for welcoming different… Continue Reading
It is long since the Oromo rebelled and started to defend itself against colonial harsh rule Enemy cruelty continued increasing by folds since it started organizing and strengthening it resistance. Political suppression and economic plunder imposed on the nation denied… Continue Reading
Akka saba tokkoott ummati Oromo hamaa koloneeffataan irraan gahu didee ofirraa faccisuu erga eegalee turreera. Ijaaramaa, diddaa saa cimsee akka deemeen hammeenyii diinaas dacha dachaan dabaluun itt fufe. Gadi qabii malbulchaa fi saamichi ummata irra gahu dargaggoo aara galfii dhabsiise.… Continue Reading
The Oromo are people who had lived under fear and threat for over a century. That fear and submitting to threats only accelerates humiliation, abuse and death was realized after a long slow awakening. Self-doubts, lack of political consciousness, treachery… Continue Reading
Oromoon ummata soda fi dorsisa jala Jaarraa oliif jiraatan. Sodaa fi dorsisaa jilbeenfachuun, salphina, roorroo fi du’a shaffisiisuun dammaqina suuta dhufe booda hubatame. Of ciicachuu, dhabina ofbara malbulchaawaa, ganaa fi hololli diinaa haleellaa jalqabaa irraa dafee dandamachuu dadhabuu Oromoott gumaachaniiru.… Continue Reading
There are many organization founded by Oromiyaan nationals. But they have differences in the way they view objectives of Oromo struggle. Except about the actors being Oromoo, no one brought forward those differences for discussion. For this reason whenever people… Continue Reading
Bara ofbarri malbulchaa hammana hin jedhamne rakkina dhokataa fi ifaan ummata irra gahaa turee baratooti Oromoo qaama sochii barattoot Itophiyaa tahanii saaxiluu irratt qodaa fudhatan kan qubaan lakkaawaman turan. Beekumsi kennamu kan qoqqobame haa tahu malee firomsatt akka warra caalaa… Continue Reading
Oromiyaan burjaajii keessa jirti; hacuuccaa, roorroo mirgoota ilmoo namaa akaakuu hedduu, buqqa’uu fi jeejeen waan guyyuu tahaniiru. Tuttuqaa koloneeffataan waggaa waggaan gochaa jiru nuffuun ummati golee hundaa kaka’aa jira. Karaan birmadummaatt geessu kan eegame caalaa fudhateett ilaalama. “Master Planiin Finfinnee”… Continue Reading