Oromummaa Qaabachiisumaaf
(Deddeebifnee uhundatt haa himnu, nuti jara isaan akka taanu barbaadan mitii, eenyu akka taane kan itt himnu malee) Oromoon dameelee Kuusaa yk Kuush keessaa tokko. Kuusaan, akk uluma qarooma ilmoo namaa dullachaatt qarqara Laga Abbayyaatt argamuun beekama. Hardha qarooma sanaa… Continue Reading