Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Yaada/Opinion

0

Akeeka Qabsoo Oromo Deebisanii Hubachiisuu

Posted on July 1, 2019 by bgutema

Giti bittuu Ethiopia eenyu faa akka Oromiyaa fi kolonoota irraa buufatan godhe? Hardha Nafxanyaa gootummaan eenyuutu faarsaa? Hoomaan kolonii kan gara Kibbaatt hoggansa gita bittuu Amaara Shawaan dhiichuu eegale, jalee fi qondaalota saa sabootaa fi sabaawota darabeen kufan keessaa madaqfachuun… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Sammuu Itophiyaa Dullattiin Jijjiiramu malee Jijjiirammi Hin Jiraatuu

Posted on March 15, 2019 by bgutema

Tibba akka bara Ali Aluulaa, eegduu barcuma mootota Itophiyaa isa eegee keessa waan jirru fakaata. Hamma Teedros dhufee salphisuun gad darbatett galfata itt kennameef amanama waan turef, mootummaan of hin muudnee. Kufaatiin saa isa qofa hin miinee, ergasii Oromoon godinaa… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Jijjiirama Argamte Obsaa, Waliidandahuu fi Qabsoon Ceesifna

Posted on March 1, 2019 by bgutema

Oromoon aarsaa guddaa gochuun Kaayyoo ofiitt cichanii, haala hardha empayera Itophiyaa keessatt irra gahame uumuuf gummacha gita hin qabne baasan. Jijjiirammi dhiigaan jaalbiyyootan argame abdi qabeessa haa tahu malee gara demokraasii waaraatt ceesisuuf gufuu hedduun akka eeggatun argaa jirra. Miltolee… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

All Humiliating Send Off for a Terrorist

Posted on February 2, 2019 by bgutema

Mallas Taklee, a militant student of Hayila Sillaasee University met his demise in the hands of the Darg at the same time with Oromo martyrs Taaddasaa Birruu and Haayiluu Raggaasaa. Students of history of the time to which ever nationality… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Gaggeessaa Gooltuu Hunda Salphisee

Posted on February 2, 2019 by bgutema

Mallas Taklee barataa caccistuu Universitii Hayila Sillaasee kan ture harka Dargitti bara dagaagoon Oromoo Taaddasaa Birruu fi Haayilu Raggaasaa ajjeefaman raawwate. Baratooti seenaa bara sanaa qoratan sabaa, sabummaa fi sabgiddummaa kami irraayyuu hata’anii galmee yeroo jara sanaan tokko ta’e keessatt… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

When Red turns Black

Posted on February 1, 2019 by bgutema

Sanaagaa was a land of great streams, mountains and forests. Booyyee’s country was surrounded by the land of Yombaa, Abnure, Zoomoo, Zangir and other very dark people. The people of Sanaagaa were lighter in color than their neighbors and claim… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

The Change underway will Transit with Patience, Tolerance and Struggle

Posted on February 1, 2019 by bgutema

The Oromo, by clinging to their Kaayyoo have made unparalleled contribution with great sacrifice to create the present situation in the Ethiopian Empire. The change achieved by blood of patriots seem to give hope, but we see several obstacles awaiting… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Reasserting Objectives of Oromo struggle

Posted on September 1, 2018 by bgutema

Whom did the Ethiopian ruling class benefit in the past, at expense of Oromiyaa and other colonies? Whose heroes are the Nafxanyaa today? The colonial horde that started marching South under the leadership of Shawaa Amaaraa ruling class had expanded… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Reasserting Objectives of Oromo struggle

Posted on September 1, 2018 by bgutema

Whom did the Ethiopian ruling class benefit in the past, at expense of Oromiyaa and other colonies? Whose heroes are the Nafxanyaa today? The colonial horde that started marching South under the leadership of Shawaa Amaaraa ruling class had expanded… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Towards Transformation of the Empire

Posted on August 1, 2018 by bgutema

However strong and invisible they may seem, when the time comes dictatorial governments are seen crumbling as if they are standing on clay feet. Each succeeding administration assumes it is stronger than the previous not realizing that any one that… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles
Newer Articles

Recent Posts

  • MOO’UMMAAN OROMIYAA HIN UGGAMUU
  • SOVEREIGNTY OF OROMIYAA IS INVIOLABLE
  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2026 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes