Bulcha “Indaraasee” hanga yoomiitt?
Oromiyaan erga qabamtee keettoo Finfinnee ergamuun bitamaa turte. Haala kana raawwachiisuuf ummati Oromoo jaarraa tokkoo oliif qabsaawaa jiraate. 1991 keessa keettoon koloneeffataa OPDO jedhamu, booqaa Oromoo maxanfate dhaaba tokkicha Oromoon qabu, ABO dura dhaabbachuuf TPLFiin uumamee. Amma waggooti 25 booda… Continue Reading