Walgahii Hague Onko 2008 Itt fufaa yaalii harka kennachiisaa
Qabsoon Oromoo yeroon dheerataa deemuun kan kahe hadhaawaa tahaa jira. Duulaagalooti tokkoo tokkoo oso hin wacin ol deebi’aniiru. Kaan kaan ABO karaa ganama lakkisiisanii raawwachiisuuf kallattii addaarra buusuuf carraaqaa jiru. Maalifaan ABOn akka uumamu godhe daba gadadoo jaarraa tokkoo oliif… Continue Reading