Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Author: bgutema

0

Ati dura Oromoo moo itophiyaa dhaa? Gaaffii juujuu akkamiiti?

Posted on August 29, 2013 by bgutema

Oromiyaan waggoota dhibbaa oliif qabaa Itophiyaa humnaan itt fe’ame jala jirti. Kanaaf sabaawoti Oromoo waan hariiroo sabgidduu ilaalutt kelladarbii (passport) nambiyyummaa see qabatanii deemu. Oromoma  keessaa  illee mammiin  Oromoon saba of danda’e ta’uu kan keessaa hin baane jiru. Jireenyi saanii… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Laallibati maal eeggata?

Posted on July 21, 2013 by bgutema

Kurnan tokkoo ol booda murnooti ABO lama ABOn gumaatt caccabee ture walitt fayyuu eegaluu ambaa iyya’an. Sun tarkaanfii akkaa, kan funaansa soba hunda qaanesse. Dhinee hojii humna guutuun eegaluun yeroo hanga tokko ni fudhata ta’a. Kanaaf hamma tarkaanfi qabsoo bilchaataa… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Emergency requires Urgency

Posted on July 2, 2013 by bgutema

Organized struggle for liberation started to take the first step with sacrifice of Oromo martyrs. With that many remarkable achievements were registered. They gave for their people the only precious thing they had, their lives to enable all Oromo say,… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Qabaa Haaraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo irra Abdii jiru

Posted on July 2, 2013 by bgutema

Waggooti digdamman darban tibba qabsaawoti sochii bilisummaa Oromooo qusannaa tokko male dhaaba saanii gad ciruutt taa’an ture. Sun tibba,warana humnaa fi sammuquwa barbadeessaa walirratt gaggeessan ture. Yero isaan hanga gandaatti gad bu’anii of xiqeessuun lola fokkuu guddis badii walirratt gaggesaniin… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Virtue of Secularism for Oromiyaa

Posted on June 3, 2013 by bgutema

Oromo are one nation. They had democratic past from time immemorial. Historically, Oromiyaa had one religion. That religion did not interfere in the affairs of state. In the same manner the state did not interfere in exclusively religious matters. That… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Oromiyaaf Gaarummaa Amantalaa

Posted on June 2, 2013 by bgutema

Sagalef astuqa Oromoon saba tokkicha. Dubbee demokraatumma yeroo hin yaadatamne kaasanii qabu. Akka seenaatt Oromiyaan amantee tokkicha qabdi turte. Amantichi dhimma finnaa keessa hin seenu. Akkasumas finnaan addatt dhimma amantee waan ta’e keessa seenuun safuu ture. Sana jechuun bakki itt… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Ulfummaa Kaayyoo Qabsoo Sabaa

Posted on May 30, 2013 by bgutema

Raayyaa halagaa guddaan seenaa, aadaa, dudhaa fi afaaniin adda ta’e hidhannoo fi mala addaa qabu biyya Oromoo irra dhangla’ee qabachuun dhumisi irraan gahe waan galmeen jiru. Sanaan biyyaa fi qabeenyi saanii ni dhunfatame. Nammi dhuma irraa hafe kaan gabaa garbaatt… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Maaljechi “Walabummaa” fi “Bilisumma” Garaagaraa?

Posted on May 30, 2013 by bgutema

Qooqoti lamaan “walabummaa fi bilisummaan”guutummaa biyyaa keessatt rimsama tokko ifsuuf dhimma itt bahama ture. Kan too’annoo, olhaantummaa yk dhiibbaa qaama biraa jala hin jirre akka fedha ofiitt jiraatu jechuuf tajaajilu. Gandi tokko isaan keessa tokkoti caalaa dhimma baha ta’a.  “Sillichaan… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Yaadannoo Ayyaana Gootota Oromoo

Posted on May 6, 2013 by bgutema

Haasaan dhihate kun yaadannoo guyyaa a ABOn Meniyapolisii fi Silver Spring MD qophaye irratt dhihachuuf ture. Haalli utu hin mijjayin hafuun qaaman argamuu hin dandeenye. Sagalichi kan itt gimijjaawu baraaruuf barruunis dhahannoo “ Yaadannoo Ayyaana Gootota Oromoo” jedhu jalatt a… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Inaction should not be the norm

Posted on May 5, 2013 by bgutema

The Ethiopian empire had never had peace since its creation a century and half ago. Excessive repression had kept on creating havoc on the system. But always those that open safety valve arrive before it explodes and affect Habashaa supremacy.… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles
Newer Articles

Recent Posts

  • OROMOO, LAMMIIN OF TUFATAN MAAL GODHAMU?
  • OROMO, WHAT CAN BE DONE WITH SELF-DESPISING COMPATRIOT?
  • MOO’UMMAAN OROMIYAA HIN UGGAMUU
  • SOVEREIGNTY OF OROMIYAA IS INVIOLABLE
  • THE PENDING COLONIAL QUESTION

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2026 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes