Waa’ee Oromoo Mirkanii Qaabatamu
Barruun kun jechoota fokkuu jajallifamanii moora ofirroota yaadi fudalii fi koloneeffataa darbee joonjessaanii jiru keessa walmaraa jiraniif deebii kennuuf miti. Oromoon eenyu akka ta’anii fi Afrikaa fi Gaanfa keessatt akkamitt akka of ilaalan kan sammuun saanii banaa ta’e hubachiisuufi. Kan… Continue Reading