Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Author: bgutema

0

Difference between Oromoo Organizations

Posted on April 2, 2015 by bgutema

There are many organization founded by Oromiyaan nationals. But they have differences in the way they view objectives of Oromo struggle. Except about the actors being Oromoo, no one brought forward those differences for discussion. For this reason whenever people… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Ukkaamsaan Yoo Futta’u

Posted on March 29, 2015 by bgutema

Bara ofbarri malbulchaa hammana hin jedhamne rakkina dhokataa fi ifaan ummata irra gahaa turee baratooti Oromoo qaama sochii barattoot Itophiyaa tahanii saaxiluu irratt qodaa fudhatan kan qubaan lakkaawaman turan. Beekumsi kennamu kan qoqqobame haa tahu malee firomsatt akka warra caalaa… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Qayyabannoon Dhibee Furmaatatt Geessa

Posted on March 29, 2015 by bgutema

Oromiyaan burjaajii keessa jirti; hacuuccaa, roorroo mirgoota ilmoo namaa akaakuu hedduu, buqqa’uu fi jeejeen waan guyyuu tahaniiru. Tuttuqaa koloneeffataan waggaa waggaan gochaa jiru nuffuun ummati golee hundaa kaka’aa jira. Karaan birmadummaatt geessu kan eegame caalaa fudhateett ilaalama. “Master Planiin Finfinnee”… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Huffisii Diinaa Oromo hin Baaragsu

Posted on March 29, 2015 by bgutema

Guci Warraaqsa Oromo Ambott Jimaata,Caamsaa 2, 2014 qabsiifamee golee Oromiyaa hundatt boba’ee gidduutt kan dhaame fakkaate ture. Ni dibame malee akka hin dhaamne barattootii fi jiraattoti Giincii Sadaasa 12, 2015 deebisanii yoo qabsiisan ammas Oromoon bakka jiran hundaa walharkaa fuudhanii… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Oldie’s Bellow Of no Significance

Posted on March 10, 2015 by bgutema

A Tigrean Oldie that seems misunderstanding the trend of history was heard bellowing from somewhere in Awaasaa anti-Oromo stance as if the Oromo were still those of yester years that Yohaanis had cut their tongues to impose his will.  Since… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Hamma hin jirree bookkisa Dullacha

Posted on March 10, 2015 by bgutema

Gidduu kana gara Awaasaa kanaa dullachi Tigree adeemsa seenaa hin hubannee fakkaatu  tokko Oromoon isuma Yohaannis arraba irraa cire sana se’ee farra Oromummaan yoo bookkisu dhagahame. Oromiyaan erga koloneeffamtee kaasee sochiin gara bilisummaatt Oromoon godhu hundi beekaa haa tahu wallaalummaan… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

The Most talked about Habashaa Election 2015

Posted on February 28, 2015 by bgutema

It is going to be five whole years since Wayyaanee won all parliamentary seats but for one. The opposition condemned it as not free and fair for that moment. But it could change nothing. It was usurpation of power under… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Kennata Habashaa hedduu hodeefamaafii jiru 2015

Posted on February 1, 2015 by bgutema

Wayyaaneen erga kennata parlamaan barcuma tokkoof malee hunda moo’atee waggaa shan guutuuf adeema. Mormitooti bilisaa fi tolaa hin turre jedhanii balaleffafatanii .Garuu homaa jijjiiruu hin dandeenye. Fakii kennata sobaa duubaan finqilcha aangoo gaggeeffame malee kennati hin turre. Akaataa isaan hobbaatii… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Qabsoon Oromoo eessa geesse?

Posted on February 1, 2015 by bgutema

Dur bara ijoollumaa inna warra saaniif hurraa bu’anii yk horii tiksanii yk dirree keessa taphataa oolanii manatt deebi’an ijoolleen olla toora tokko galanii mataa saanii dugda kan isaan fulduraatt irkisuun harkaan mudhii saa qabatanii deemuu eegalu. Kan duraa hoogganu qofatu… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Habasha myth and peoples’ liberation

Posted on December 29, 2014 by bgutema

In olden times it is customary for rulers to claim mystic origins different from their people.  Such origins have some divine trait to justify limitless power for the man at the head, the king. That was how the Solomonic dynast… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles
Newer Articles

Recent Posts

  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt
  • Oromo’s Plight in the Changing World.
  • Nagaa fi Araarri Iddoosaa Hin Qabani

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes