Qabsoon Tasummaa irra Cehuu Qaba
Ijaarama dura qabsoon Oromo tasa golee golee dhohaa ture. Goototi roorroof obsa hin qabne hedduutu yeroo fi bakki utuu wal hin fudhatin aarsaa tahan. Qabsoon akkasitt geeggeeffamaa ture fiixan bahuu dadhabuutu akka dhalooti duubaan dhufe itt yaadu tolche. Ka’anii kufuun… Continue Reading