Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Yaada/Opinion

Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT

Posted on June 24, 2025 by bgutema

Ummati Oromoo nagaa, bilisummaa fi mirga dhalootaa hunda caalaa mararfata ture. Kanaas sirna Gadaatiin calaqisaa jiraatee. Sirni kun olhaantummaan seeraa kan itt kabajamu, walqixxummaan ilmaan namaa itt beekamu, hariiroo hundi Safuu qabu, Hangameessa hoodaa bakka “sararaa diimaan”irra hin darbamne qabu,… Continue Reading →

Yaada/Opinion

ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE

Posted on June 24, 2025 by bgutema

Oromo people liked peace, freedom and birthright more than anything else. It has been reflecting this through the Gadaa system. This system was where supremacy of the law was respected, where equality of all human being is recognized, where for… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Posted on March 20, 2025 by bgutema

Qabsoon kamuu gadadoo, laalaa fi miidhama qabdii; qabsaawan malee rakkina, salphinaa fi hiyyumaa keessaa hin ba’anii, nama guutuus ta’uunis hin danda’amu. Mirga ofiif qabsaawuun hanga lubbuu ofii arsaa gochuutt gaafachuu danda’aa. warraaqaan namaa gad ta’ee jiraachuu manna du’a filata. Oromoon… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Oromo’s Plight in the Changing World.

Posted on March 20, 2025 by bgutema

All struggles have agony, pain and injury. And unless one struggles one cannot overcome problems, humiliation and poverty and cannot be considered a wholesome human being. To ask for one’s rights might cost one’s own life. The revolutionary chooses death… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Nagaa fi Araarri Iddoosaa Hin Qabani

Posted on December 19, 2024 by bgutema

Nagaa fi araaraa barbaadna yeroo jennu Oromiyaan bulcha halagaa irraa wallaba ta’ee, hiree sabummaa ofii ofiin murteeffachuu dhugoomee fi nambiyyaan Oromiyaa bakka bu’oota irratt waliigalameen gaggeeffamuu danda’an jechuu dha. Sun kaayyoo sirna Gadaatii. Qabsoon kanaaf tolfamu dhaawataa fi gidirsaa yoo… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Peace and Tranquility have No Alternatives

Posted on December 19, 2024 by bgutema

When we say we want peace and tranquility we mean being free from alien domination, the right of nation to national self-determination is realized, and citizens are ruled by consensus representatives and representatives at any peer level are given through… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Waa’ee Qabsoo Oromoo ol kaasanii Dubbachuu

Posted on October 29, 2024 by bgutema

Dhumiisii fi barbadeessi addunyaa keessatt gaggeeffamaa jiru kan empayera Itophiyaas dabalatu, sabi tokko of malee kan mirga dhalootaa saa irraa faccisuuf akka hin jirre agarsiisa. Gargaarsa kanneen biraa kan argatu, yoo rakkina keessaa of irratt hirkatee of baasee agarsiisuu danda’e… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Talking Loud on Oromo struggle

Posted on October 29, 2024 by bgutema

The masacres and devastations going on in the world including the Ethiopian empire underscore the reality that a nation must defend its own birthright. We can only expect assistance from others when we demonstrate the ability to rise independently. To… Continue Reading →

Yaada/Opinion

For the crooked in us our freedom is dragged

Posted on September 5, 2024 by bgutema

In the past, a nation that spoke Amharic, had religion different from us, waves a flag with green, yellow and red colors, different from our black, red and white, started from the north invaded and colonized Oromiyaa. It abolished everything… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Jaldhoo nu keessaaf bilisummaan keenya harkifate 

Posted on September 5, 2024 by bgutema

Sababa seera uumaa fi seera namaa ala maaliif dabaan dhalata kan beeku jiraayii? Yeroon itt dammaqanii utuu farra guddinaa fi nagaa hin ta’in sirreessuuno ni danda’ama laata? Agadaa fi hoffaan wal fakkaataa; nammi hedduun ciniinee adda baafata. Gamni baalaan beekuu… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles

Recent Posts

  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt
  • Oromo’s Plight in the Changing World.
  • Nagaa fi Araarri Iddoosaa Hin Qabani

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes