Akeeka Gadaa Gabbifamuu qabu

Gadaan akaaku mootummaa ummataa (demokraasii) addunyaan qabu keessaa tokko. Dandamachiisuun saa, rakkina hanga yoonaa mootummooti ummataa (demkraasiin) biraa hin furree, fura ta’aa. Barreessaan kun afoolaa fi waan barreefaman irraa akeekota bu’uuraa Gadaa kanaa gadii huubatee. Akeeki Gadaa akkana salphaatt waan… Continue Reading

Gaaffi Kolonii Unkessuu

Hanmma Oromoon sammuu kolonummaa keessaa guutummaatt bilisoman hin jirrett, hamma Finfinneen addabaabayiitt Afaan Oromoon nutti hin dubbannett, hamma lafti Oromiyaa qabeenyi Oromiyaa lafa jalaa fi irraa too’annoo Oromoo jala hin oollett, hanga qaammi halagaa ta’e yk halagaan iddoofate fedha keenya… Continue Reading