WAL YAADACHIISUUMAAF

Qabsaawaa Oromoo yoo taate, kufaatii fi ka’a empayer Itophiyaa yaadda’uuf at kittillayyoo Amaara anatu bu’uurseen jedhee dhaadatu yk imperiyalistii uumuu saa gargaare mitii; farra saatii. Halle dandamachuu keetu adda si godhaa. Kanneen jalatt hidhaman hundaaf kufaatiin empayera ka’a saa irra… Continue Reading

Of Barii

Yoo Oromoon akka sabaatt haa turu jette, yoo Oromummaan eenyummaa fi boona kooti jette fedhi dhuunfaa, miirri fi xiiqiin adeemsa kee gara manii bilisummaa fi walabummaa Oromiyaatt gootu keessa galuu hin qabanii. Oromiyaan kolonii kolonummaan dimshaashatt irraa haqamuu qabdu; akka… Continue Reading

Keessa Deebii Tooftaa

Akka sabaatt ijaaramnee humna eenyuu jala dhaabbachuu nu dandeessisu horachuu qabna. Akka Afrikaanotaatt tokkeessoo fedha tokko tokkoon keenya taliila irratt hundawe ummachuu dandeenya. Nu keesaa sabi yk abbaan akkamitt akka jiraannuu fi maal jedhamuu qabnu nu dirqisiisuu danda’u jiraachuu hin… Continue Reading