Gubirmans Publishing

Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About
0

Ilaa fi Ilaamee A Strong Instrument for Consensus Building

Posted on December 21, 2007 by bgutema

Oromo politico-social system, Gadaa is one of the inventions Oromo are proud of. It was a system that upheld liberty equality and human dignity. One of the means for realization of these was a democratic process of interpersonal communications or… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Ilaa fi Ilaamee Dhooftuu cimaa Waliigaltee ittiin jabeessan

Posted on December 20, 2007 by bgutema

Sirni malbulchaaa fi hawasomaa Oromoo, Gadaan, waan Oromoo hundi uumuu saaf itt boonu. Sirna walabummaa, walqixxummaa fi ulfina ilmoo nama gad jabeessu ture. Karaa sun itt mirkaneeffamu tokkoo yaa’a demokratawaa quunnamtii wal gidduu yk mariin ture. Haasaa afaniin namoota lama,… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Peoples right, individual right, democracy and self-determination from Oromo perspective

Posted on October 30, 2007 by bgutema

Peoples right, individual right, democracy and self-determination from Oromo perspective The General Assembly, … Declares that …,   1. The subjection of peoples to alien subjugation, domination and exploitation constitutes a denial of fundamental human rights, is contrary to the Charter… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Mirga Ormaa, mirga abbaa, demokrasii fi hiree ofii ofiin murteeffacha akka ilaalcha Oromoott

Posted on October 30, 2007 by bgutema

Korri Idlee …kana labsa, …1. Ormoota hacuuccaa, gadi qaba fi bolqama halagaa jala galchuun hamma mirga bu’uuraa ilmoo nama haaluun faallaa Chartara Saboota Tokkomanii (ST) tahee nagaa fi gamtaa addunyaa gabbisuutt gufuu taha.   2. Ormooti hundi mirga hiree ofii… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Few words on Ethiopia Democracy and Accountability Act of 2007 (H. R. 2003)

Posted on October 30, 2007 by bgutema

If one is talking about Human rights on the bases of UN charter and the conventions and covenants, neither democracy nor accountability is to be expected from Ethiopia. Individual rights and liberties are violated not only targeting the individual but… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Demokrasii Itiyoophiyaa fi Itgaafatama Gocha 2007 irratt qooqa yartuu (H. R. 2003)

Posted on October 30, 2007 by bgutema

Nammi tokkoo waa’ee Mirga Ilmoo nama Chartara ST (UN), konvenshinootaa fi kovenantoota  irratt hundaawee dubbata yoo tahe demokraasiinis itgaafatammis Itiyoophiyaa irra eegamuu hin qabu. Mirgi fi walabummooti noolaa abba tokkee kan dhitamu abbicha qofa irratt akeekkatee osoo hin tahin saba… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Millennium, a Disguise for Human Right Abuse

Posted on September 25, 2007 by bgutema

It was in 1980 that many Oromo nationals were rounded up and taken to Minilik’s Grand Palace. The Grand Palace had the Grand Hall where imperial feasts were given and where graduation ceremonies and appointments were made. In front of… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Kumalo, Dagachisa Roorroo Mirga Ilmoo Nama

Posted on September 22, 2007 by bgutema

Bara 1980 ture kan sabbonoti Oromoo marfamanii qabamuun Masaraa Minilik guddichatt geeffaman. Masaraa Guddichi Galma Guddicha jilli moototaa fi muudammii fi qondaalomsi gargaraa itt tahan ture. Galmicha fuldura dhaabii konkolaataan gurguddoo ayyaanaaf dhufan dhabbatan dirree baldhaatu ture. Dhaabi konkolaataa sana… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Insight into the Oromo Unity: an inherited construct

Posted on August 20, 2007 by bgutema

Under this title some aspects of Oromo struggle which are purposely distorted by political actors will be presented periodically in the simplest possible way and be clarified. Here issues alone will be discussed not personalities or groups. We hope Oromo… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Qayyabata tokkummaa Oromoo: caasama dhaalmaa

Posted on August 20, 2007 by bgutema

Moggaasii kana jalatt waa’ee qabsoo Oromootu dhihata. Qabatteen taatota malbulchaan beekaa gara dabarfamanis yeroo yeroon caqasamanii akka nammi hubachuu dandahutt dhihatu. Asi irratt qabattee qofaatu dubbatama malee waa’een nameenyaa fi murnoota hin ka’u. Bitaa mirgaa yaadi kennamu nu gargaara. Oromoon… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles
Newer Articles

Recent Posts

  • GADAA DEMOKRASIIF WAAMICHA
  • CALL FOR GADAA DEMOKRASII
  • OROMOO, LAMMIIN OF TUFATAN MAAL GODHAMU?
  • OROMO, WHAT CAN BE DONE WITH SELF-DESPISING COMPATRIOT?
  • MOO’UMMAAN OROMIYAA HIN UGGAMUU

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2026 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes