Oromummaa fi Qabso Oromo Eenyummaa fi Birmadummaaf
Oromoo Oromiyaa irratt mirga dhabsiisuuf diinni eenyummaa isaan akka ummata walaba tokkoott qaban haquun Oromiyaa irratt abbumaa saanii haaluu fedha. Garuu jagnooti Oromoo bilisummaa dheebotan gaarreenii fi sululoota biyya abbaa saanii keessaa lafa raasaa jiru. Diinni ilkaan raafame buqqisuu malee… Continue Reading