Qayyabannoon Dhibee Furmaatatt Geessa
Oromiyaan burjaajii keessa jirti; hacuuccaa, roorroo mirgoota ilmoo namaa akaakuu hedduu, buqqa’uu fi jeejeen waan guyyuu tahaniiru. Tuttuqaa koloneeffataan waggaa waggaan gochaa jiru nuffuun ummati golee hundaa kaka’aa jira. Karaan birmadummaatt geessu kan eegame caalaa fudhateett ilaalama. “Master Planiin Finfinnee”… Continue Reading