Jeequmsa malbulchaa Empayeraa yk Heeraaf Jeequmsa Ethiopia?
Yero waa’ee Oromiyaa dubbannu, waa’ee biyya bartokko blisa fi ofiinbultuu taate kan hedduun daawwachu, daldaluu yk keessa jiraachuu dhufanii dubbanna. Kan kumkumooti diina irraa ittisuuf lubbuu saanii kennanii jechuu dha. Waa’ee biyya goototaafi jagnota hedduu dubbachuu keena. Yero birammoo, waa’ee… Continue Reading