0

Qabsoo Oromoo

Moggaasii kana jalatt waa’ee qabsoo Oromootu dhihata. Qabatteen taatota malbulchaan beekaa gara dabarfamanis yeroo yeroon caqasamanii akka nammi hubachuu dandahutt dhihatu. Asi irratt qabattee qofaatu dubbatama malee waa’een nameenyaa fi murnoota hin ka’u. Bitaa mirgaa yaadi kennamu nu gargaara. Oromoon… Continue Reading

0

Sochii Oromummaa

Yaadi abbaa fi komee bubbucuun wayyooma nama tokkoo agarsiisuuf ga’oo tahuu dhiisuun ni mala. Mesharkaa wayyaa murna biraa irra qabachuu kee ormichati hojiin agarsiis, dadhabbii saa osoo hin tahin jabina kee, godinaa yk dhugeeffannoo saa osoo hin tahin ati hunda haammataa tahuu kee, gadgalummaa… Continue Reading