Sochii Oromummaa
Yaadi abbaa fi komee bubbucuun wayyooma nama tokkoo agarsiisuuf ga’oo tahuu dhiisuun ni mala. Mesharkaa wayyaa murna biraa irra qabachuu kee ormichati hojiin agarsiis, dadhabbii saa osoo hin tahin jabina kee, godinaa yk dhugeeffannoo saa osoo hin tahin ati hunda haammataa tahuu kee, gadgalummaa… Continue Reading