Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Author: bgutema

0

Rakkoo rimsama tokkummaa: keenyaa fi kan saanii

Posted on June 30, 2009 by bgutema

Amma yeroo tsunamiin (bubbisi) malbulchaa fi diingadee lixaa fi bahaa bilisummaa fi jireenya hawaasa Afrikaa dorsisuutti jiru keessatt argamna. Kun isa durii irra addattii fi si’ooman ilaaluu nu gaafata. Ummata Afrikaa hidhaa fudoo-imperialistii dulloomaa keessaa gaddhiisuu mannaa, akka achuma turan… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

The mentally grafted African

Posted on April 30, 2009 by bgutema

Had it not been for the remains of ancient civilization from Mediterranean to the Cape, Africa might have been considered as a continent where human evolution is not yet complete. At the turn of the nineteenth century swarms of individuals… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Faara Murnoota Malbulchaa Oromoo gidduutt Waligaltee Uumuu

Posted on January 21, 2009 by bgutema

Sochiin bilisummaa Oromoo akkitt gargar babanka’uutt ka’e nama sammun sirritt yaaduuf qayyabamuu hin dandahu.  Kanneen gargar bahan keessaa tarsimoo dhaaba haadhoo itt baheen adda tahe kan fudhatee as bahe hin turre. Yoo guddate tokko tokko tooftaa jedhanii kan hedduun tarsimo… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

The misunderstood American Democracy

Posted on November 30, 2008 by bgutema

As Oromo refugee I have enjoyed American hospitality and a life free from fear and threat for many years. My dream has always been the independence of my country Oromiyaa and peace and stability for its neighbors. November 4, 2008… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Demokrasii America hin hubatamin hafe

Posted on November 30, 2008 by bgutema

Akka badii Oromoott keessummummaa Amerikaan basha’ee sodaa fi doorsisa malee waggaa dheeraan jiraadhe. Abjuun kiyya yeroo hundaa ofiin bulummaa biyya tiyyaa, Oromiyaa fi nagaa fi tasgabii olloota seeti. Sadaasi 8, 2008 abdii koo kana caalaatt jabeesse. Seenaa addunyaa Ammayyaa keessatt… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

The Hague Meeting Oct 2008 Continuation of trial to surrender

Posted on November 25, 2008 by bgutema

Oromo struggle is getting bitter from the length of time it is taking. Some veterans have retired without making much noise. Some are making efforts to phase out the OLF and give it a different direction quitting the original path.… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Walgahii Hague Onko 2008 Itt fufaa yaalii harka kennachiisaa

Posted on November 25, 2008 by bgutema

Qabsoon Oromoo yeroon dheerataa deemuun kan kahe hadhaawaa tahaa jira. Duulaagalooti tokkoo tokkoo oso hin wacin ol deebi’aniiru. Kaan kaan ABO karaa ganama lakkisiisanii raawwachiisuuf kallattii addaarra buusuuf carraaqaa jiru. Maalifaan ABOn akka uumamu godhe daba gadadoo jaarraa tokkoo oliif… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Ayyaana Haadholii Carraa keenyas Yaadachu

Posted on August 30, 2008 by bgutema

Gidduu kana namooti Ameerikaa haadholiif yoo kennaa bitan, kardii erganii fi dubarti karaa dabarte hundaan “Happy Mothers’ Day” jedhan muldhatu. Guyyaa haadholiin kennaa saanii banuu fi akka itt tolett ayyaaneffachuuf dharraan eegatani. Guyyichi Eebla 11 oola. Jala bultiin saa  garuu… Continue Reading →

Hodeesso/Tale
0

Barbaachisummaa Badii Too’anna

Posted on August 30, 2008 by bgutema

ABOn ijjarsa malbulchaa amantalaa dha. Nambiyyaa Oromiyaa hundaaf maqaa waloo manaa hundaati dhahamu kan tahe Ulfinaa fi boona bade deebisee gonfachiisuun waan waliin hiriirseef. Kanatu mallato diddaa roorroo fi abdii bilisumaa sabicha isa tolche. Qooda kan dhabsiisuuf kan farri Oromummaa… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

The need for damage control

Posted on August 30, 2008 by bgutema

OLF is a secular political organization. It became a common household name for all citizens of Oromiyaa because of that policy, a policy that rallied them to struggle together for their lost honor and dignity.  That is what made it… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles
Newer Articles

Recent Posts

  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes