Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Author: bgutema

0

All tactics are to strengthen hegemony

Posted on May 5, 2014 by bgutema

Just a week ago thousands of Oromo unarmed peaceful demonstrators were gunned down, names of forty of them which is supposedly a fraction of the dead were reported on candle light vigil in front of the White House on May… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

What can nationals do to help the struggle back home?

Posted on May 1, 2014 by bgutema

Finfinnee is founded in Oromiyaa and so is indisputable part of it. Oromiyaa is under occupation for over a century. Finfinnee was turned into headquarters of the occupying force where Oromo was forced to serve with sweat and blood rather… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Karoora Muummicha (Master Plan) Finfinnee

Posted on April 29, 2014 by bgutema

Finfinnee, lafa Oromoo, bakka  jalqaba jaarraa 20ffaa dinni mandheessaa itt ijarachuun buphaa buuqqataa gomgomaa yaase itt buufate, ammas wiirtuu waldhabdee ta’ee hafaa jira. Karooramee, dhiisee, aangoo qaamaan haa ta’u safuun, yoo humna saamamtoota ijaaramanii hin ta’in, kan akka fedha saanii… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Oromo Heroes and Heroines Day April 15, 2014

Posted on April 15, 2014 by bgutema

An Oromoo hero/heroine is one that effects change or dedicated one’s life to change Oromo life with his/her determination and sacrifice.  An Oromo hero/heroine is known for bravery, generousity and wisdom and never flinches in the face challenges and temptations.… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Guyyaa Goototaa Oromoo Ebla 15, 2014

Posted on April 15, 2014 by bgutema

Gooti Oromoo nama kutannoo fi wareegama saatiin jireenya saba Oromoo keessatt jijjiirama argamsiisu yk argamsiisuuf dabarsee of kenne. Gooti Oromoo didhaa fi sossobbiin karaa irraa kan hin ceesifne, jagnummaa, gamnummaa fi arjummaan beekamu.  Gooti Oromoo, jaalbiyyaa dantaa dhuunfaa kaasaa sabawaaf… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Finfinnee (Addis Ababa) Master Plan

Posted on April 5, 2014 by bgutema

Finfinnee, an Oromo land that the enemy at beginning of 20th century built its nest and laid its eggs that produced voracious larvae, still remains the center of controversy. Planned or unplanned there is no physical or moral force that… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

In “The New Scramble for Africa” and” The New World Order” Where is our place?

Posted on March 15, 2014 by bgutema

Whether history repeats itself or rhymes we are now getting into the shadow of the 19th century. During that era nations of Europe and the Habashaa partitioned Africa in what came to be known as “The scramble for Africa”. Starting then… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

“Walharkaqaba Afrikaa Haaraa” yk Sansakkaa Adduyaa Haaraa” Keessatt nuti eessa jirra?

Posted on March 15, 2014 by bgutema

Seenaan of haa maruu yk haa walaluu nuti amma gaadiduu jaarraa 19faa lixaa jirra. Bara sana” sirna “Walharkatqaba Afriikaa” jedhamuu sabooti Awuropaa fi Habashaan Afriikaa qircatan. Ergasii addunyaan jeeqama diinagdee fi malbulchaa hedduu jala baate jirti. Gareett wal hirtee al lama… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Waa’ee Oromoo Mirkanii Qaabatamu

Posted on March 10, 2014 by bgutema

Barruun kun jechoota fokkuu jajallifamanii moora ofirroota yaadi fudalii fi koloneeffataa darbee joonjessaanii jiru keessa walmaraa jiraniif deebii kennuuf miti.  Oromoon eenyu akka ta’anii fi Afrikaa fi Gaanfa keessatt akkamitt akka of ilaalan kan sammuun saanii banaa ta’e hubachiisuufi. Kan… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Reminiscing facts about Oromiyaa

Posted on March 9, 2014 by bgutema

This is not to respond to outrageous distortions going around in chauvinist camps that have distaste for non-Habashaa peoples and nostalgia for feudal-colonial past. It is to point to the open minded as to whom the Oromo are and how… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles
Newer Articles

Recent Posts

  • MOO’UMMAAN OROMIYAA HIN UGGAMUU
  • SOVEREIGNTY OF OROMIYAA IS INVIOLABLE
  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes