“Too’anna Da’umsaaf Koriyaan Itophiyaa Gargaaruufi” Oromoo waan tuqu qabaa laata?
Bara durii duriitii kaasee madaala uumaa, lafa, diinagdee fi kan dhimma itt bahanii eeguuf falli too’annaa da’umsaa shakalama ture. Sun madda qabeenyaa yaraa hirmachuu, fayyaa haadhaa fi ilmoo eeguu fi akka karoora fascistootaatt immoo qulqullummaa sanyii eeguuf gargaara jedhameetu. Jaalalli… Continue Reading