Bilisummaan Amma hin Dhufne Yoomu hin Dhufu
Qaceefixxi mootummaa Itophiyaan Oromoo irratt si’ana raawwatamaa jiru Kaayyoon walabummaa Oromoo ganama kan yerosii caalaa amma barbaachisaa ta’ee jira. Hammam nagaa barbaaduun biyya keenya irratt qofa abbaa biyyaa ta’uu gaafannus, koloneeffataan tarkaafii gara bilisummaa fi walqixxummaatt tolchinu hankaaksuu yaaluu dhaabuu… Continue Reading