0

Qaabannoo gootummaa

Ayyaana waggaa 45faa qabsoo Tigraaway bareedee ulfina guddaan yeroo kabajamu arguun jaallewwan bilisummaa Oromoof lubbuu ofii kennantu sammuutt nama dhufa. Kutannoo ilmaan jagnoota sanaa, taa’anii qaanii, salphinaa fi ganamuu kaayoo guddaa sanaa arguu manna, lubbuu ofii kaasaa sabaf dabarsanii kennuun… Continue Reading

0

Qabsoo Xumura Badde

Ummatooti empayera Itophiyaa jala jiran humnaan gad qabaman malee sarmanii koloneeffataaf bitamaniifii hin beekanii. Dargaggoon empayericha 60moota keessa ummatoota saanii bilisa baasuuf adda gara garaa ijaarratani qabsaawaa turanii. Jijjiirama malbulcha empayera irratt fidu kan dandahanis isaanii. Maqaa Itophiyaan kan bosona… Continue Reading