JIGA FINFINNEE FI QABSO OROMO

Jigsuun Finfinnee PPn eegalame qaabannoo koo ijoollummaa natt kaasaa jiraa. Faana an Markaatoo Kaasaa Gabree (Sabattanya) kaasee hanga Kookaba Tsibah 1940 keessa millan fudhadhe hunda yaadachuun jalqabe. Kuukku carqii, kuukkuu teenisii quncifame, biyyii, dirree taphaa, pastee, sambuusa, mushabak, luqqwisee, moofoo,… Continue Reading

OPDO, Maashina ajjeechaa Oromoo 

Oromiyaan jaarraa 19th biyya mootii Habashaan, gargaarsa Imperiyaalistoota Awuropaan qabamte. Teknolojii, beekumsa, meeshaa abidda tufu, fi ogeessota lolata Awuropaatuu humna Afrikaa misoomaan wal hincaalle fi lakoofsaan caalaa guddaa ta’e tokko aangessee, isa kaan akka moo’atu tolche. Ida’a imperiyaalistotatu gara garummaa… Continue Reading

Haasaa Araaraa  

Kan waggoota dhibbaa dura hamma yoonaa murtiin Kora Barlin 1884-1885nin hubamaa kan  jiran Oromiyaa fi olloota see kibba biyya mootii Habashaatt argaman qofa. Kan isaan qabate gurracha tokkicha, Afriikaa hirmachuuf adii bira dhaabbate empaayera ijaarrate, mootii Habashaa/Itophiyaa qofaa. Badiisa Oromoo… Continue Reading