Nagaa fi Araarri Iddoosaa Hin Qabani
Nagaa fi araaraa barbaadna yeroo jennu Oromiyaan bulcha halagaa irraa wallaba ta’ee, hiree sabummaa ofii ofiin murteeffachuu dhugoomee fi nambiyyaan Oromiyaa bakka bu’oota irratt waliigalameen gaggeeffamuu danda’an jechuu dha. Sun kaayyoo sirna Gadaatii. Qabsoon kanaaf tolfamu dhaawataa fi gidirsaa yoo… Continue Reading