Ilaa fi Ilaamee Dhooftuu cimaa Waliigaltee ittiin jabeessan
Sirni malbulchaaa fi hawasomaa Oromoo, Gadaan, waan Oromoo hundi uumuu saaf itt boonu. Sirna walabummaa, walqixxummaa fi ulfina ilmoo nama gad jabeessu ture. Karaa sun itt mirkaneeffamu tokkoo yaa’a demokratawaa quunnamtii wal gidduu yk mariin ture. Haasaa afaniin namoota lama,… Continue Reading