Bada Oromoo! Callistee Baddaaree?
Alii alii yoo yaadaan sammuun dhiphatu afaanni furga’a. Osoo hin beekin yaada ofii ollaatti dhageessisuutu dhufa. Yaadatu futta’e waan ta’eef maal jette yoo jedhaman “isa kam?” jechuurra darbanii waanti himan nama dhiba. Nammi keenya hedduun kan garaa saa nama itt… Continue Reading