Oromummaa fi Dhaabota Bilisummaa
Waa’een Oromummaa, humna tochoosaa sochii bilisummaa ta’ee, beekotaa fi barreessootaan hedduun jedhameera. Oromummaan mullisa mararfannaa jaalbiyyuummaa bilisummaa, nagaa fi walabummaa Oromiyaati. Innis jaalala biyyaa, ummataa, seenaa waloo surra qabeessa, aadaa, dudhaa, hoodaa, afaanii fi akaakilee tokkicha, qabaachuu irratt hundaawa. Sunis… Continue Reading