“Walharkaqaba Afrikaa Haaraa” yk Sansakkaa Adduyaa Haaraa” Keessatt nuti eessa jirra?
Seenaan of haa maruu yk haa walaluu nuti amma gaadiduu jaarraa 19faa lixaa jirra. Bara sana” sirna “Walharkatqaba Afriikaa” jedhamuu sabooti Awuropaa fi Habashaan Afriikaa qircatan. Ergasii addunyaan jeeqama diinagdee fi malbulchaa hedduu jala baate jirti. Gareett wal hirtee al lama… Continue Reading