Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Yaada/Opinion

0

Gaaffolii Oromoo Rarra’anii Jiran

Posted on September 11, 2019 by bgutema

Cuunfaa– Oromoon funcaa kolonummaa caccabsanii birmadummaaf awaara garbumaa urgufataa jiru. Jarri Oromiyaa irra birdiinfatanii taahuu baran ammayyuu abdii hin kutanne. Oromiyaan uumaan kan kennamteef tahu of amansiisanii jiru. Oromoon hanga mirgi sabummaa saanii kabajameefitt, ummatoota Afrikaa akeeka walqixxummaa fi demokrasii… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Oromo Pending Questions

Posted on September 11, 2019 by bgutema

Summary – The Oromo have broken shackles of colonialism and have started shaking off the dust of slavery to be free. Those who are accustomed to sit on the Oromo with out-stretched legs, did not lose their hope yet. They… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Yaadannoo Iyyaasuu Guutaaf

Posted on September 11, 2019 by bgutema

Gubirmans, Iyyaasuu B. Guutaa yoomuu hin irraanfatu. Guutamootaa fi ilmas Obboleessas. Akaakayyuu Guutamootaaf eesuma fi leelloo ture. Iyyaasuun sabboona Oromoo kan gocha malbulchaa, hawaasomaa fi aadaa Oromoo hedduu irratt qoda fudhatu ture. Website Gubirmans.com kana, ijaaruu fi gurmeessuu irratt qoodi… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

In Memory of Iyyaasuu Baayisaa Guutaa

Posted on September 10, 2019 by bgutema

Gubirmans will never forget Iyyaasuu B. Guutaa. For the Guutamaas he was a son and a brother. For grandchildren of Guutamaas he was a favored uncle. Iyyaasuu was a devoted Oromo nationalist who was participating in several Oromo political, social… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Gaaffi Oromoo Keessa Deebi’anii Ilaaluu

Posted on September 10, 2019 by bgutema

Gidiraa fi cinqii waggoota 150 keessaa waggooti shantamman darban yeroo qabsoo tokkummaa Oromoo, hunda hammataa tahe kallachummaa ABOn bobbaafamuu itt dandahame. Akeeki qabsichaa Oromiyaa kolonummaa jalaa baasanii republika demokraatoftuu ummataa gad dhaabuu dha. Nannaama sana Habashootis qabsoo Tigrawaay moo’atanii bahan… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Reviewing the Oromo Question

Posted on September 10, 2019 by bgutema

Of the 150 years of trial and tribulation the last fifty years were when it became possible for all-inclusive pan Oromo struggle to be launched with OLF as a vanguard. Objective of the struggle was to decolonize Oromiyaa and establish… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Akeeka Qabsoo Oromo Deebisanii Hubachiisuu

Posted on July 1, 2019 by bgutema

Giti bittuu Ethiopia eenyu faa akka Oromiyaa fi kolonoota irraa buufatan godhe? Hardha Nafxanyaa gootummaan eenyuutu faarsaa? Hoomaan kolonii kan gara Kibbaatt hoggansa gita bittuu Amaara Shawaan dhiichuu eegale, jalee fi qondaalota saa sabootaa fi sabaawota darabeen kufan keessaa madaqfachuun… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Sammuu Itophiyaa Dullattiin Jijjiiramu malee Jijjiirammi Hin Jiraatuu

Posted on March 15, 2019 by bgutema

Tibba akka bara Ali Aluulaa, eegduu barcuma mootota Itophiyaa isa eegee keessa waan jirru fakaata. Hamma Teedros dhufee salphisuun gad darbatett galfata itt kennameef amanama waan turef, mootummaan of hin muudnee. Kufaatiin saa isa qofa hin miinee, ergasii Oromoon godinaa… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Jijjiirama Argamte Obsaa, Waliidandahuu fi Qabsoon Ceesifna

Posted on March 1, 2019 by bgutema

Oromoon aarsaa guddaa gochuun Kaayyoo ofiitt cichanii, haala hardha empayera Itophiyaa keessatt irra gahame uumuuf gummacha gita hin qabne baasan. Jijjiirammi dhiigaan jaalbiyyootan argame abdi qabeessa haa tahu malee gara demokraasii waaraatt ceesisuuf gufuu hedduun akka eeggatun argaa jirra. Miltolee… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

All Humiliating Send Off for a Terrorist

Posted on February 2, 2019 by bgutema

Mallas Taklee, a militant student of Hayila Sillaasee University met his demise in the hands of the Darg at the same time with Oromo martyrs Taaddasaa Birruu and Haayiluu Raggaasaa. Students of history of the time to which ever nationality… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Post navigation

Older Articles
Newer Articles

Recent Posts

  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt
  • Oromo’s Plight in the Changing World.
  • Nagaa fi Araarri Iddoosaa Hin Qabani

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes