Iyya’a Dargaggoo Oromiyaaf
Oromiyaan biyya abbooliin Oromoo yeroo hin yaadatamne kasee diina irra ittisaa, tokkummaa saanii cimfataa, seeraa ilmaan nama hunda walqixxummaan ilaaluun of bulchaa turan. Diinota saanii yeroo hedduu dabsataniiru, yeroon jalati kufanis ture. Duulli jaarraa kudha shanii kaasee godhame haala facaa… Continue Reading