What is Democracy?
It is doubtful if all those that exalt democracy understand it in the same way. For this reason, let us see if we can find a common ground for Oromo activists. As the son of the last Gadaa practiced in… Continue Reading
It is doubtful if all those that exalt democracy understand it in the same way. For this reason, let us see if we can find a common ground for Oromo activists. As the son of the last Gadaa practiced in… Continue Reading
Iyyaasuu Guutaa sabboona fi michuu of kenne Gubirmansii. Miira shaggaa, nama nagaa, hafee fi waan itt komatamu hin qabnetu dhibame. Iyyaasuun Bitootessa 18,1979 Finfinneetti Baayisaa Guutaa fi Martaa Xaafa irraa dhalate. Akkoo saa garaa dhaa jaallatutu kunuunsaa qananiin guddise. Daa’imummaatt… Continue Reading
“You have no calf muscle how can you kick the ground boy? You have no cooperation how can you hurt others boy?” * Unbearable colonial abuse that included attempt to erase history, culture, language and tradition of the Oromo made… Continue Reading
Atoo Sarbaa hin qabduu sarbaa millaa hin qabduu maaliin lafa dhiittaa yaa abbee? Atoo gamtaa hin qabduu gamtaa dhiiraa hin qabduu maaliin nama miitaa ya aabbee?”* Roorroo koloneefataa hammaa bahaa kan yaaliin seenaa, aadaa, afaanii fi dudhaa Oromoo balleessuuf godhame… Continue Reading
Iyyaasuu Guutaa was a nationalist and a dedicated friend of Gubirmans. We are saddened by the sudden death of this Oromo youth of high character; a flawless upright gentleman with a sharp mind. Iyyaasuu was born in Finfinnee (Addis Ababa)… Continue Reading
Kanneen demokraasii ol kaasanii ilaalanhundi, akka tokkott qayyabachuun saanii mamsiisaa dha. Kanaaf mee qabsaawota Oromoof yoo ilaalcha waloo ni arginaaf tahe haa ilaaluu. Akka ilma Gadaa naannaa saatt yeroo dhumaaf shakalameett dhaalmaa demokraasii Gadaa qabaachuu saa, barreessaa kun kan ittiin… Continue Reading
Beekoti akka fayyaa itti eegan ni barsiisu jedhama. Kanarrati waan beektu qabdaa Abbaa Hoduu jedhe tokkoo? Hamman beeku sittin hodeessaa dhaggeeffadhu jedhe Abbaan Hoduu. Osoo hin dhukkuffatin eegafayyaa ofii kunuunsuun keessaa fi alli ofii akka namati tolu godha. Qaammi qananii… Continue Reading
(Deddeebifnee uhundatt haa himnu, nuti jara isaan akka taanu barbaadan mitii, eenyu akka taane kan itt himnu malee) Oromoon dameelee Kuusaa yk Kuush keessaa tokko. Kuusaan, akk uluma qarooma ilmoo namaa dullachaatt qarqara Laga Abbayyaatt argamuun beekama. Hardha qarooma sanaa… Continue Reading
Ijaarama dura qabsoon Oromo tasa golee golee dhohaa ture. Goototi roorroof obsa hin qabne hedduutu yeroo fi bakki utuu wal hin fudhatin aarsaa tahan. Qabsoon akkasitt geeggeeffamaa ture fiixan bahuu dadhabuutu akka dhalooti duubaan dhufe itt yaadu tolche. Ka’anii kufuun… Continue Reading
Moggaasi olitt kaa’ame, agarsiisa bara 1974 ayyaana carraan warraaqsa Oromo argamsiiseen, ogneesoti Oromo ABOn lafa jalaa, godinaa adda addaa qindeessee yabboo tokko irratt walitt fide kan itt dhagahamaa ture ifsatani. Akka aadaa Oromoott dhaamsa guddaa of keessaa qaba. Qabama keessa… Continue Reading