0

Ateetee

Abbaa hoduu mee waa’ee Ateetee nutti hodeessi jette Gaddiseen waan ollaansee wagga waggaan shaakaltu baruuf. Ateeteen jedhe, Abbaan Hoduu, Ayyaana dubartiiti. Ayyaanni sunis dubartii dha. Yoo mararfatan Ateetiyyoo yk Aayyolee jedhuun. Durbi Ateetee hin bulfattu.Dubartiin eerumte Callee Ateetee haadha see… Continue Reading

0

Waaqjiraa Waaq jira

Bar tokko namicha Daljeesso jedhamutu ture.  Daljeesso intala bareedduu tokkoo fuudhee ilma Waqjiraa jedhamu godhatan. Ergasii hunduu isaan, abbaa Waaqjiraa, iseen Haadha Waaqjiraa jedhu malee maqaan hin waaman. Waaqjiraa, firomsaan ijoollee naannaa irra qanansiisanii guddisu turan. Waqjiraa waggaa shan tahe… Continue Reading

0

Farda Troy

Afaan Inglishiitt “Trojan Horse” jedhun. Bara dur durii osoo Yasuus hin dhalatiin waggoota kumoota hedduu ol Girikootii waaqa (Ayyaana) hedduu qabu turan. Waaqi inni guddaan Ziyus jedhama. Waaqaa  dubartootaa keessaa Ateenaan beekamtuu tokkoo turte. Ateetee irra fudhatan kan jedhan jiru.… Continue Reading