0

Tuqaalee Seenaa Oromo

Cuunfaa – Oromoon dame ummata Kushitik jedhamanii beekamanii. Kush qaroomaa dullacha addunyaa keessaa tokko. Baqqaana Afrikaa gara bahaa Mediraniyaanii kahanii kibbaatt hanga daarii Baantuu fi Nilotikootaa yeroo hin beekamnee kaasee jiraataa jiru. Tikfattee waan turaniif Kaabaa Kibbatt godaanani. Kaabatt deebi’uu… Continue Reading

0

Irreecha

Ayyaana  Irreessa Hora Arsadii Yoo nammi biyyaa dhufuu firooti Ameerikaa jiran bakki itt geessan tokkoo “Atlantic City” magaala jedhamu. Bakka qumaara itt dhahatan. Biileen abbaan see dhufnaan achi geessite. Jaarsii manya Atlantik yoo argu ni gammadde. Jiidhaa dhihooti arge kutatee… Continue Reading