0

Nafxanyaa akka Sirnaa fi Sabummaatt

Cuunfaa- Sirni kolonumaa Nafxanyaa qaccefixaa fi garboomfataa tahe gargaarsa imperialistoota Awuropaan mootummaa Shawaan bu’uurfame. Lafoo hedduun sabootaa fi sabaawota injifataman keessaa madaqfaman cuubamanii Amaarawan. Hunduu Nafxanyaa yk Qawwee jedhamu turan. Tibbi Nafxanyaa bara Nugusootaa hanga hardhaatt buusaa sadiitt hiramuu dandaha.… Continue Reading