Akeeka Qabsoo Oromo Deebisanii Hubachiisuu
Giti bittuu Ethiopia eenyu faa akka Oromiyaa fi kolonoota irraa buufatan godhe? Hardha Nafxanyaa gootummaan eenyuutu faarsaa? Hoomaan kolonii kan gara Kibbaatt hoggansa gita bittuu Amaara Shawaan dhiichuu eegale, jalee fi qondaalota saa sabootaa fi sabaawota darabeen kufan keessaa madaqfachuun… Continue Reading