Gubirmans Publishing
Menu Close
  • Hoomisha/Product
  • Yaada/Opinion
  • Hodeesso/Tale
  • Naannaa/Environment
  • Fayyaa/Health
  • Barumsa/Education
  • About

Month: March 2019

0

Sammuu Itophiyaa Dullattiin Jijjiiramu malee Jijjiirammi Hin Jiraatuu

Posted on March 15, 2019 by bgutema

Tibba akka bara Ali Aluulaa, eegduu barcuma mootota Itophiyaa isa eegee keessa waan jirru fakaata. Hamma Teedros dhufee salphisuun gad darbatett galfata itt kennameef amanama waan turef, mootummaan of hin muudnee. Kufaatiin saa isa qofa hin miinee, ergasii Oromoon godinaa… Continue Reading →

Yaada/Opinion
0

Jijjiirama Argamte Obsaa, Waliidandahuu fi Qabsoon Ceesifna

Posted on March 1, 2019 by bgutema

Oromoon aarsaa guddaa gochuun Kaayyoo ofiitt cichanii, haala hardha empayera Itophiyaa keessatt irra gahame uumuuf gummacha gita hin qabne baasan. Jijjiirammi dhiigaan jaalbiyyootan argame abdi qabeessa haa tahu malee gara demokraasii waaraatt ceesisuuf gufuu hedduun akka eeggatun argaa jirra. Miltolee… Continue Reading →

Yaada/Opinion

Recent Posts

  • THE PENDING COLONIAL QUESTION
  • GAAFFII KOLONUMMAA RARRA’EE HAFE
  • Daandii QABSOO MALBULCHAA OROMOO IRRATT
  • ON THE PATH OROMOO POLITICAL STRUGGLE
  • Balaa Oromo Addunyaa Jijjiiramaa jirtu keessatt

Recent Comments

    Categories

    • Barumsa/Education
    • Fayyaa/Health
    • Hodeesso/Tale
    • Naannaa/Environment
    • Yaada/Opinion

    Connect With us

    © 2025 Gubirmans Publishing. All rights reserved.
    Hiero by aThemes