Dhimma Bilisummaa Oromoo
Oromoon walabummaa saanii gafachuun, kanneen fedhaa fi jibba Oromiyaa walabaa irraa qaban ququuquu eegalee jira. Kana irraa kan ka’e keessaa fi alaa sodaan kan itt bule ibidda birmadummaa kana dhaamsuuf hurrisaa jiru. Oromiyaa bilisoome jechuun carraa itt fufanii caalaa saamuu… Continue Reading