0

Biti qawwee

Dubbiin badde intaloo dinni hammaataa dhufee Harka hin qaxaamursin dhaqii biti qawwee Dhirri ha qaxaamursuu onneen saa baqeera Bahi itt xaxeesse yeroon kee gaheera Jabadhu dubaroo deessuu garaa baalaa Onnee utuu qabduu eenyutu si kabalaa? Wadi’adigi ilama hare canfar dhaddee… Continue Reading